Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Iji isaanii yeroo hundumaa hawwaan gara ejjituu in ilaala, cubbuu hojjechuu irraas aara hin galfatan. Namoota jabaatanii hin dhaabatin wallaalchisanii kiyyoo isaaniitti in galfatu; garaa sassatatti bare qabu; isaan warra abaarsa jala jiranii dha.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Waan iji isaanii ejjaan guutameef isaan cubbuu hojjechuu hin dhiisan; warra hin jabaatin gowwoomsu; garaan isaanii doqnummaa barateera; isaan ijoollee abaaramanii dha!

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዋን እጅሳኒ ኤጃን ጉተሜፍ እሳን ጩቡ ሆጄቹ ህንዺሰን፤ ወረ ህንጀባትን ጎዎምሱ፤ ገራንሳኒ ዶቅኑማ በረቴረ፤ እሳን እጆሌ አባረመኒዸ!

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements