Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Gatii jal'ina isaaniis jal'inni irratti in raawwatama. Isaan guyyaa guutuu jireenya keessa-ba'aa jiraachuudhaan kajeellaa isaanii isa hamaa raawwachuutti in gammadu; kajeellaa isaanii isa hamaatti jireenya keessa-ba'aa jiraachaa, yeroo isinii wajjin nyaatan, isaan xurii fi mudaa isinitti in ta'u*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Miidhaa isaan hojjetaniif miidhaatu deebiʼaaf. Isaan guyyaa adiidhaan gara malee machaaʼuu akka gammachuutti fudhatu. Yeroo isin wajjin nyaataa fi dhugaatiitti dhiʼaatanittis isaan gowwoomsaa isaaniitiin gidduu keessanitti xurii fi waan fafaa taʼu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ሚዻ እሳን ሆጄተኒፍ ሚዻቱ ዴብኣፍ። እሳን ጉያ አዲዻን ገረ መሌ መቻኡ አከ ገመቹት ፉዸቱ። ዬሮ እስን ወጅን ኛታፊ ዹጋቲት ዽኣተንትስ እሳን ጎዎምሳሳኒቲን ግዱኬሰንት ጡሪፊ ዋን ፈፋ ተኡ።

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements