2 ጴጥሮስ 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ergamoonni Waaqayyoo warri barsiisota sobduu kana caalaa aangoo fi humna qaban illee, warra akka ergamootaa kana arrabsanii akka isaanitti faradamuuf gooftaa duratti isaan irratti hin dubbatan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 ergamoonni iyyuu yoo isaan caalaa jajjaboo fi humna qabeeyyii taʼan iyyuu fuula Gooftaa duratti uumamawwan akkasii arrabsanii hin himatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኤርገሞትንዩ ዮ እሳን ጫላ ጀጀቦፊ ሁምነ ቀቤዪ ተአንዩ ፉለ ጎፍታ ዱረት ኡመመወን አከሲ አረብሰኒ ህንህመተን። See the chapter |