Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Caalaadhumatti immoo warra kajeellaa foonii isa nama xureessu duukaa bu'an, warra gooftummaa Waaqayyo isaan irraa qabu tuffatan adabaaf in kaa'a. Isaan warra addaggee, warra of gammachiisanii dhas; warra akka ergamootaa waaqa keessatti ulfina qaban in arrabsu malee hin safeeffatan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Wanni kun keessumattuu warra hawwii foonii xuraaʼaa sana duukaa buʼanii fi warra abbootii taayitaa tuffatanitti ni cima. Namoonni kunneen ija jabeeyyii fi of tuultota; isaan ulfina qabeeyyii samii arrabsuu hin sodaatan;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ወን ኩን ኬሱመቱ ወረ ሀዊ ፎኒ ጡራኣ ሰነ ዱካ ቡአኒፊ ወረ አቦቲ ታይታ ቱፈተንት ንጭመ። ነሞትን ኩኔን እጀ ጀቤዪፊ ኦፍ ቱልቶተ፤ እሳን ኡልፍነ ቀቤዪ ሰሚ አረብሱ ህንሶዳተን፤

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements