Online Bible

- Advertisements -




2 ጴጥሮስ 2:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Akkuma raajonni sobduun saba sana gidduu turan, akkasuma barsiisonni sobduun isin gidduu in jiraatu. Isaan warra utuu irratti hin beekamin, barsiisa wanta amaname irraa kaachisee nama balleessu fidanii, goofticha isa isaan fure iyyuu gananii, ofii isaanii irrattis badiisa ariifachiisaa fidanii dha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Akkuma raajonni sobduun saba gidduu turan sana, barsiistonni sobduun isin gidduu ni jiraatu. Isaan Goofticha isaan fure sana gananii, barsiisa sobaa kan nama balleessu dhoksanii galchu; kanaanis badiisa ariifatu ofitti fidu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 አኩመ ራጆትን ሶብዱን ሰበ ግዱ ቱረን ሰነ፣ በርሲስቶትን ሶብዱን እስን ግዱ ንጅራቱ። እሳን ጎፍትቸ እሳን ፉሬ ሰነ ገነኒ፣ በርሲሰ ሶባ ከን ነመ በሌሱ ዾክሰኒ ገልቹ፤ ከናንስ በዲሰ አሪፈቱ ኦፍት ፍዱ።

See the chapter Copy




2 ጴጥሮስ 2:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements