2 ጴጥሮስ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kennaa kanaan isin badiisa, isa sababii kajeellaa fooniitiif biyya lafaa kana keessa jiru jalaa baatanii, dhagna hafuuraa isa kan Waaqayyoottii hirmaattuu akka taataniif abdiin gati-jabeeyyiinii fi gurguddoonni nuuf kennamaniiru. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kennaa kanaanis isin badiisa sababii hawwii hamaatiin addunyaa keessa jiru jalaa baatanii akka amala waaqummaa isaa sana keessatti hirmaattaniif jedhee karaa kennaa kanaatiin waadaa isaa guddaa fi kan gatii guddaa qabu nuuf galeera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኬና ከናንስ እስን በዲሰ ሰበቢ ሀዊ ሀማቲን አዱኛ ኬሰ ጅሩ ጀላ ባተኒ አከ አመለ ዋቁማሳ ሰነ ኬሰት ህርማተኒፍ ጄዼ ከራ ኬና ከናቲን ዋዳሳ ጉዳፊ ከን ገቲ ጉዳ ቀቡ ኑፍ ገሌረ። See the chapter |