2 ጴጥሮስ 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Inni Waaqayyo biraa ulfinaa fi guddina yommuu fudhate, sagaleen, ?Kun ilma koo isa ani jaalladhu, isa gammachuun koo itti raawwatamuu dha? jedhu, isa guddicha surra-qabeessa sana biraa dhufeeraaf. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Innis yommuu sagaleen, “Kun Ilma koo isa ani jaalladhuu dha; ani isatti baayʼee nan gammada” jedhu sun Ulfina Surra qabeessa sana biraa dhufeefitti, Waaqa Abbaa biraa kabajaa fi ulfina argateeraatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 እንስ ዮሙ ሰገሌን፣ “ኩን እልመኮ እሰ አን ጃለዹዸ፤ አን እሰት ባይኤ ነንገመደ” ጄዹ ሱን ኡልፍነ ሱረ ቀቤሰ ሰነ ብራ ዹፌፍት፣ ዋቀ አባ ብራ ከበጃፊ ኡልፍነ አርገቴራቲ። See the chapter |