2 ጴጥሮስ 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Gooftaan keenya Yesus Kristos humni isaa, deebi'ee dhufuun isaas isin biratti akka beekamu yommuu goone, nuyi surraa guddina isaa ija keenyaan arginee beeksifne malee, mammaaksa ogummaadhaan yaadame duukaa buune miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Nu yommuu waaʼee humnaa fi dhufaatii Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isinitti himnetti, surraa isaa ijuma keenyaan argineeti malee oduu haxxummaadhaan uumame duukaa buunee miti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ኑ ዮሙ ዋኤ ሁምናፊ ዹፋቲ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ እስንት ህምኔት፣ ሱራሳ እጁመኬኛን አርግኔት መሌ ኦዱ ሀጡማዻን ኡመሜ ዱካ ቡኔ ምት። See the chapter |