2 ጴጥሮስ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaafis obboloota ko, waamamuu keessanitti, fo'amuu keessanittis jabaachuudhaaf caalchisaa dhimmaa! Kana yoo gootan matumaa hin kuftan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti hinaaffaa qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ከናፍ ያ ኦቦሎተኮ፣ ዋመሙፊ ፍለተሙኬሰን ምርከኔፈቹፍ ጫላት ህናፋ ቀባዻ። ዮ ዋን ከነ ጎተን እስን ህንጉፈተን፤ See the chapter |