2 ዮሀንስ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ijoollee kee keessaa kaan, akkuma nuyi abbaa biraa abboomamnetti dhugicha duukaa utuu bu'anii argachuun baay'ee na gammachiise*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani waan ijoollee kee keessaa tokko tokko akka isaan akkuma Abbaan nu ajajetti dhugaan jiraatan argeef baayʼee gammadeera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ዋን እጆሌኬ ኬሳ ቶኮ ቶኮ አከ እሳን አኩመ አባን ኑ አጀጄት ዹጋን ጅራተን አርጌፍ ባይኤ ገመዴረ። See the chapter |