2 ዮሀንስ 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ana isa maanguddicha biraa, haa ga'u gara haadha warraa ishee fo'atamtee fi gara ijoollee ishee, warra ani dhugaadhaan jaalladhu; ana kophaa miti, warri dhugaa hubatan hundinuu isin in jaallatu malee*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Jaarsicha irraa, Gara giiftii filatamtuu fi ijoollee ishee, warra ani dhugaadhaan jaalladhu, warra ana qofa utuu hin taʼin warri dhugaa beekan hundi akkasuma jaallataniitti; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጃርስቸራ። ገረ ጊፍቲ ፍለተምቱፊ እጆሌሼ፣ ወረ አን ዹጋዻን ጃለዹ፣ ወረ አነ ቆፈ ኡቱ ህንተእን ወር ዹጋ ቤከን ሁንድ አከሱመ ጃለተኒት፤ See the chapter |