2 ቆሮንቶስ 3:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Wanti firdii du'aaf hojjetu ulfina-qabeessa erga ta'ee, wanti qajeelaa nama gochuuf hojjetu immoo hammam caalaa ulfina-qabeessa haa ta'u ree*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Erga tajaajilli murtii namatti fidu ulfina qabaatee, tajaajilli qajeelummaa fidu immoo hammam caalaa ulfina haa qabaatu ree! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤርገ ተጃጅል ሙርቲ ነመት ፍዱ ኡልፍነ ቀባቴ፣ ተጃጅል ቀጄሉማ ፍዱሞ ሀመም ጫላ ኡልፍነ ሃቀባቱሬ! See the chapter |