2 ቆሮንቶስ 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isumatu seera caafamee kennameen utuu hin ta'in, hafuura qulqulluudhaan kakuu haaraadhaaf hojjechuu nu dandeessise; seerri caafamee kenname du'a in farada, hafuurichi garuu jireenya in kenna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Innis akka nu tajaajiltoota kakuu haaraa taanuuf dandeettii nuu kenneera; kakuun kunis kan qubee utuu hin taʼin kan Hafuuraa ti; qubeen ni ajjeesa; Hafuurri garuu jireenya kenna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እንስ አከ ኑ ተጃጅልቶተ ከኩ ሃራ ታኑፍ ደንዴቲ ኑ ኬኔረ፤ ከኩን ኩንስ ከን ቁቤ ኡቱ ህንተእን ከን ሀፉራት፤ ቁቤን ንአጄሰ፤ ሀፉር ገሩ ጅሬኘ ኬነ። See the chapter |