2 ቆሮንቶስ 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Nuyi ofii keenyaa wanti tokko illee nu biraa in ba'a jennee himachuu waan dandeenyu hin qabnu; hammi danda'aa keenyaa Waaqayyo biraa in ba'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Nu waan tokko illee ofii keenyaan hojjechuuf dandeettii qabna jennee miti; dandeettiin keenya garuu Waaqa irraa dhufa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኑ ዋን ቶኮሌ ኦፊኬኛን ሆጄቹፍ ደንዴቲ ቀብነ ጄኔ ምት፤ ደንዴቲንኬኘ ገሩ ዋቀራ ዹፈ። See the chapter |