2 ቆሮንቶስ 3:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Nuyi akka Musee hin goonu; inni, sabni Israa'el calaqqisa fuula isaa isa irraa darbu sana akka hin arginetti fuula isaa golgate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Nu warra akka Musee isa akka sabni Israaʼel dhuma waan badaa deemu sanaa hin argineef jedhee haguuggiidhaan fuula isaa haguuggatee miti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኑ ወረ አከ ሙሴ እሰ አከ ሰብን እስራኤል ዹመ ዋን በዳ ዴሙ ሰና ህንአርግኔፍ ጄዼ ሀጉጊዻን ፉለሳ ሀጉገቴ ምት። See the chapter |