2 ቆሮንቶስ 3:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ammas wanti caalaatti ulfina qabu waan argameef, inni takka ulfina-qabeessa ture ulfina kan hin qabne ta'eera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Wanni ulfina qabeessa ture sun yommuu ulfina caalu biratti ilaalamu amma ulfina hin qabuutii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ወን ኡልፍነ ቀቤሰ ቱሬ ሱን ዮሙ ኡልፍነ ጫሉ ብረት እላለሙ አመ ኡልፍነ ህንቀቡቲ። See the chapter |