2 ቆሮንቶስ 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Namichi gadda baay'ee guddaadhaan liqimfamuu isaa irra, isin yakka isaa dhiiftaniifii isa jajjabeessuun isiniif ta'a. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Qooda kanaa akka inni gadda guddaan hin liqimfamneef dhiifama isaaf gochuu fi isa jajjabeessuutu isin irra jira. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ቆደ ከና አከ እን ገደ ጉዳን ህንልቅምፈምኔፍ ዺፈመ እሳፍ ጎቹፊ እሰ ጀጀቤሱቱ እስንረ ጅረ። See the chapter |