2 ቆሮንቶስ 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Gara keessan dhufee, namoonni warri na gammachiisuun isaaniif ta'u akka ana hin gaddisiifneef kana isiniif caafeera; gammaduu kootti isinis akka gammaddan isin hin mamu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Akkasitti barreessuun koo akka yommuu ani dhufutti namoonni na gammachiisuu qaban na hin gaddisiisneefi. Akka gammachuun koo gammachuu hunda keessanii taʼe ani hunda keessan nan amana ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አከስት በሬሱንኮ አከ ዮሙ አን ዹፉት ነሞትን ነ ገመቺሱ ቀበን ነ ህንገድሲስኔፍ። አከ ገመቹንኮ ገመቹ ሁንደኬሰኒ ተኤ አን ሁንደኬሰን ነንአመነ ቱሬ። See the chapter |