2 ቆሮንቶስ 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Nuyi akka warra Waaqayyo biraa ergamaniitti karaa Kristos fuula Waaqayyoo duratti garaa guutuudhaan dubbanna malee, akka namoonni baay'een dubbii Waaqayyoo mi'a harkatti gatii dhabe fakkeessanitti miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Nu garuu akka namoota Waaqa biraa ergamaniitti Kiristoosiin fuula Waaqaa duratti garaa qulqulluudhaan dubbanna malee akka namoota hedduu kanneen buʼaa argachuuf jedhanii dubbii Waaqaa gurguratan sanaa miti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኑ ገሩ አከ ነሞተ ዋቀ ብራ ኤርገመኒት ክርስቶሲን ፉለ ዋቃ ዱረት ገራ ቁልቁሉዻን ዱበትነ መሌ አከ ነሞተ ሄዱ ከኔን ቡኣ አርገቹፍ ጄዸኒ ዱቢ ዋቃ ጉርጉረተኒት ምት። See the chapter |