2 ቆሮንቶስ 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Warra karaa badiisaa irra jiraniif foolii du'aa isa nama ajjeesu, warra karaa fayyinaa irra jiraniif garuu foolii jireenyaa isa nama jiraachisuu dha; egaa eenyutu hojii akkasii kanaaf ta'a ree*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Nu isa tokkoof urgaa duʼaa ti; isa kaaniif immoo urgaa jireenyaa ti. Egaa eenyutu waan kanaaf gaʼaa taʼa? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ኑ እሰ ቶኮፍ ኡርጋ ዱኣት፤ እሰ ካኒፍሞ ኡርጋ ጅሬኛት። ኤጋ ኤኙቱ ዋን ከናፍ ገኣ ተአ? See the chapter |