2 ቆሮንቶስ 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Waaqayyo isa yeroo hundumaa karaa Kristos akka warra mo'e duulaa galutti nu adeemsisuuf, Kristosin beekuus akka foolii urgaa'utti harka keenyaan iddoo hundumaan isa ga'uuf galanni haa ta'u*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Waaqa yeroo hunda akka nu Kiristoosiin moʼannoo qabaannu nu taasisee urgaa beekumsa isaa karaa keenyaan iddoo hundatti facaasuuf galanni haa taʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዋቀ ዬሮ ሁንደ አከ ኑ ክርስቶሲን ሞአኖ ቀባትኑ ኑ ታስሴ ኡርጋ ቤኩምሰሳ ከራኬኛን እዶ ሁንደት ፈጫሱፍ ገለን ሃተኡ። See the chapter |