2 ቆሮንቶስ 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Obboleessa koo Tiitoosin achii waanan dhabeef garuu, yaadni koo hin ciifne; kanaafan namootatti nagaa dhaamee, achii ba'ee kutaa biyya Maqedooniyaatti darbe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 waan ani obboleessa koo Tiitoo hin argatiniif, hafuurri koo boqonnaa hin arganne. Kanaafuu ani nagaatti isaaniin jedhee Maqedooniyaatti darbe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዋን አን ኦቦሌሰኮ ቲቶ ህንአርገትኒፍ፣ ሀፉርኮ ቦቆና ህንአርገትኔ። ከናፉ አን ነጋት እሳኒን ጄዼ መቄዶንያት ደርቤ። See the chapter |