2 ቆሮንቶስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Akka waan firdiin du'aa nutti faradametti, nutti dhaga'amee ture; garuu nuyi, Waaqayyo isa warra du'an kaasu duwwaa malee, ofii keenya akka hin amananneef kun ta'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Dhugumaanuu murtiin duʼaa nutti dhagaʼamee turre. Kun garuu akka nu Waaqa warra duʼan kaasutti malee ofii keenyatti hin amananneef taʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዹጉማኑ ሙርቲን ዱኣ ኑት ዸገአሜ ቱሬ። ኩን ገሩ አከ ኑ ዋቀ ወረ ዱአን ካሱት መሌ ኦፊኬኘት ህንአመነትኔፍ ተኤ። See the chapter |