2 ቆሮንቶስ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta'u*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqnii fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos, Abbaan araaraatii fi Waaqni jajjabina hundaa haa eebbifamu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቅኒፊ አባን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ፣ አባን አራራቲፊ ዋቅን ጀጀብነ ሁንዳ ሃኤብፈሙ፤ See the chapter |