2 ቆሮንቶስ 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Ani garuu isin qusachuudhaaf gara Qorontos dhufuu dhiisuu koo Waaqayyo in beeka; kanas Waaqayyo dhugaa ana irratti haa baasu*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Ani garuu isin qusachuudhaaf jecha Qorontositti hin deebine; anis akka inni dhugaa natti baʼuuf Waaqa ofitti nan waama. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አን ገሩ እስን ቁሰቹዻፍ ጄቸ ቆሮንቶስት ህንዴብኔ፤ አንስ አከ እን ዹጋ ነት በኡፍ ዋቀ ኦፍት ነንዋመ። See the chapter |