2 ቆሮንቶስ 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Abdiin Waaqayyoo hundinuu karaa Kristos ?Haa ta'u? jedhamanii in raawwatamu; kanaaf nus karaa isaa ?Ameen? jennee Waaqayyoof galata in galchina*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Waadaawwan Waaqaa hundinuu Kiristoosiin “Eeyyeedhaatii”. Kanaafuu nu karaa isaatiin ulfina Waaqaatiif “Ameen” jenna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዋዳወን ዋቃ ሁንድኑ ክርስቶሲን “ኤዬዻቲ”። ከናፉ ኑ ከራሳቲን ኡልፍነ ዋቃቲፍ “አሜን” ጄነ። See the chapter |