1 ተሰሎኒቄ 5:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo karaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos fayyina akka argannuuf malee dheekkamsaaf yaadee nu hin qopheessine*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqni akka nu karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin fayyina argannuuf malee dheekkamsaaf nu hin filanneetii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቅን አከ ኑ ከራ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን ፈይነ አርገትኑፍ መሌ ዼከምሳፍ ኑ ህንፍለትኔቲ። See the chapter |