Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 5:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Namoonni, ?Nagaa dha, gabii dhas? utuma jedhanii, badiifni itti hin yaadamin akka ciniinsuun dubartii ulfaatti dhufutti isaan irra in ga'a; kana jalaa ba'uunis hin jiru*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Utuma namoonni, “Nagaa dha; qabbanas” jedhanuu akkuma ciniinsuun dubartii ulfaatti dhufu badiisni akka tasaa isaanitti dhufa; jalaas hin baʼan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ኡቱመ ነሞትን፣ “ነጋዸ፤ ቀበነስ” ጄዸኑ አኩመ ጭኒንሱን ዱበርቲ ኡልፋት ዹፉ በዲስን አከ ተሳ እሳንት ዹፈ፤ ጀላስ ህንበአን።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 5:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements