Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 5:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Waaqayyo inni nagaa namaaf kennu guutummaatti ofii isaatiif isin haa qulqulleessu; yeroo dhufa gooftaa keenyaa Yesus Kristosittis hafuura keessan, lubbuu keessan, foon keessanis fayyaatti mudaa akka hin godhannettis haa eegu*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Waaqni mataan isaa, Waaqni nagaa guutumaan guutuutti isin haa qulqulleessu. Hafuurri keessan, lubbuun keessanii fi dhagni keessan guutuun guyyaa Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos dhufutti mudaa irraa haa eegaman.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ዋቅን መታንሳ፣ ዋቅን ነጋ ጉቱማን ጉቱት እስን ሃቁልቁሌሱ። ሀፉርኬሰን፣ ሉቡንኬሰኒፊ ዸግንኬሰን ጉቱን ጉያ ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ዹፉት ሙዳራ ሃኤገመን።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 5:23

Follow us:

Advertisements


Advertisements