1 ተሰሎኒቄ 5:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Yeroo hundumaa walii keessaniif, namoota hundumaafis gaarii gochuu yaadaa malee, namni tokko illee waan hamaadhaaf hamaa akka hin deebifne ilaaladhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Akka namni tokko iyyuu waan hamaaf deebii hamaa hin deebifne of eeggadhaa; qooda kanaa yeroo hunda waliif, nama hundaafis waan gaarii gochuuf carraaqaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አከ ነምን ቶኮዩ ዋን ሀማፍ ዴቢ ሀማ ህንዴብፍኔ ኦፍ ኤገዻ፤ ቆደ ከና ዬሮ ሁንደ ወሊፍ፣ ነመ ሁንዳፍስ ዋን ጋሪ ጎቹፍ ጨራቃ። See the chapter |