1 ተሰሎኒቄ 5:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Obboloota nana, warra hojii hojjechuu dhiisan gorsitanii akka qajeelchitan, warra garaan isaanii sodaate akka toosiftan, warra dadhabaniif akka yaaddan, namoota hundumaafis akka dandeessan isin in gorsina*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Yaa obboloota, nu akka isin warra hojii hojjechuu hin jaallanne akeekkachiiftan, sodaattota jajjabeessitan, dadhaboo gargaartan, akka nama hundumaafis obsitan isin gorsina. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ያ ኦቦሎተ፣ ኑ አከ እስን ወረ ሆጂ ሆጄቹ ህንጃለትኔ አኬከቺፍተን፣ ሶዳቶተ ጀጀቤስተን፣ ደዸቦ ገርጋርተን፣ አከ ነመ ሁንዱማፍስ ኦብስተን እስን ጎርስነ። See the chapter |