1 ተሰሎኒቄ 5:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Sababii hojii isaaniitiifis herregaa jaalalaatiin baay'ee ol isaan qabaa; walii keessan gidduuttis nagaa qabaadhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Sababii hojii isaaniitiifis jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa. Nagaadhaanis walii wajjin jiraadhaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሰበቢ ሆጂሳኒቲፍስ ጃለላን ኡልፍነ ጉዳ እሳኒፍ ኬና። ነጋዻንስ ወሊ ወጅን ጅራዻ። See the chapter |