Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 5:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Obboloota nana, warra isin gidduutti hojiitti dadhaban, karaa gooftaas warra isin geggeessanii fi isin gorsan ulfinaan akka ilaaltan isin in kadhanna*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Egaa yaa obboloota, nu akka isin warra gidduu keessanitti cimanii hojjetan, kanneen karaa Gooftaatiin isin hooggananii fi isin gorsan sana kabajjan isin kadhanna.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ኤጋ ያ ኦቦሎተ፣ ኑ አከ እስን ወረ ግዱኬሰንት ጭመኒ ሆጄተን፣ ከኔን ከራ ጎፍታቲን እስን ሆገነኒፊ እስን ጎርሰን ሰነ ከበጀን እስን ከዸትነ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 5:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements