1 ተሰሎኒቄ 4:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Dhiirri adduma addaan haadha manaa qabaatee qullaa'ummaa fi ulfinatti dhagna isaa eeggachuu haa beeku*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 tokkoon tokkoon keessan akkamitti akka karaa qulqulluu fi ulfina qabeessa taʼeen dhagna keessan eeggattan beekuu qabdu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ቶኮን ቶኮንኬሰን አከምት አከ ከራ ቁልቁሉፊ ኡልፍነ ቀቤሰ ተኤን ዸግነኬሰን ኤገተን ቤኩ ቀብዱ፤ See the chapter |