1 ተሰሎኒቄ 4:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana booddee nuyi warri utuu hin du'in hafne immoo, isaanumaa wajjin qilleensa keessatti gooftaa simachuudhaaf duumessa keessa ol in butamna; ergasii yeroo hundumaa gooftaa bira in jiraanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ergasii immoo nu warri hafnee lubbuun jirru qilleensa irratti Gooftaa simachuuf isaan wajjin duumessaan ol fudhatamna. Akkasumas bara baraan Gooftaa wajjin ni jiraanna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኤርገሲሞ ኑ ወር ሀፍኔ ሉቡን ጅሩ ቅሌንሰረት ጎፍታ ስመቹፍ እሳን ወጅን ዱሜሳን ኦል ፉዸተምነ። አከሱመስ በረ በራን ጎፍታ ወጅን ንጅራትነ። See the chapter |