Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 4:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Sagaleen guddisee nama abboomu, sagaleen angafa ergamootaa in dhaga'ama, malakanni Waaqayyoos in afuufama. Kana hundumaa wajjin gooftaan waaqa irraa gad in bu'a; warri Kristositti amananii du'an dura in kaafamu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Gooftaan mataan isaa ajajaan, sagalee ergamaa hangafaatii fi sagalee malakata Waaqaatiin samii irraa ni buʼa; warri Kiristoositti amananii duʼanis jalqabatti ni kaʼu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ጎፍታን መታንሳ አጀጃን፣ ሰገሌ ኤርገማ ሀንገፋቲፊ ሰገሌ መለከተ ዋቃቲን ሰሚራ ንቡአ፤ ወር ክርስቶስት አመነኒ ዱአንስ ጀልቀበት ንከኡ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 4:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements