Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 4:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Nuyi amma dubbii gooftaa keessaa waan arganne isinitti himuuf jenna; nuyi warri gaafa gooftaan deebi'ee dhufu utuu hin du'in jirru, warra obbaafatan dura hin buunu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Wanni nu akka dubbii Gooftaatti isinitti himnu kana; nu warri lubbuun jirru kanneen hamma dhufaatii Gooftaatti jiraannu gonkumaa warra rafan sana hin dursinu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ወን ኑ አከ ዱቢ ጎፍታት እስንት ህምኑ ከነ፤ ኑ ወር ሉቡን ጅሩ ከኔን ሀመ ዹፋቲ ጎፍታት ጅራትኑ ጎንኩማ ወረ ረፈን ሰነ ህንዱርስኑ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 4:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements