1 ተሰሎኒቄ 4:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Yesus du'ee du'aa akka ka'e erga amannee akkasuma immoo Waaqayyo warra obbaafatan karaa Yesus, isumaa wajjinis deebisee akka fidu in amanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Nu erga akka Yesuus duʼee duʼaa kaʼe amannee akkasuma immoo Waaqni warra Yesuusitti amananii rafan sana akka isuma wajjin kaasu ni amanna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ኑ ኤርገ አከ ዬሱስ ዱኤ ዱኣ ከኤ አመኔ አከሱመሞ ዋቅን ወረ ዬሱስት አመነኒ ረፈን ሰነ አከ እሱመ ወጅን ካሱ ንአመነ። See the chapter |