1 ተሰሎኒቄ 4:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Akkuma nuyi dur isinitti himnetti jireenya gabii jiraachuu, maayii keessan dhimma baafachuu, waan ittiin jiraattan argachuudhaaf harka keessaniin itti dadhabdanii hojjechuu ulfinatti lakkaa'adhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 akkuma nu kanaan dura isin ajajnetti tasgabbiin jiraachuuf tattaaffadhaa; harkuma keessaniin hojii keessan hojjetadhaa; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አኩመ ኑ ከናን ዱረ እስን አጀጅኔት ተስገቢን ጅራቹፍ ተታፈዻ፤ ሀርኩመኬሰኒን ሆጂኬሰን ሆጄተዻ፤ See the chapter |