Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 4:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Isinis kanuma duukaa buutanii obboloota guutummaa kutaa biyya Maqedooniyaa keessa jiran hundumaa in jaallattu; ammas immoo caalchiftanii akka itti fuftan isin in gorsina, yaa obboloota ko*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Dhugumaan isin obboloota guutummaa Maqedooniyaa keessa jiran hunda ni jaallattu. Yaa obboloota, nu garuu akka kana caalaa isaan jaallattan isin gorsina;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ዹጉማን እስን ኦቦሎተ ጉቱማ መቄዶንያ ኬሰ ጅረን ሁንደ ንጃለቱ። ያ ኦቦሎተ፣ ኑ ገሩ አከ ከነ ጫላ እሳን ጃለተን እስን ጎርስነ፤

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 4:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements