Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Amma garuu Ximotewos isin biraa gara keenya dhufee, waa'ee amantii keessanii fi waa'ee jaalala keessanii oduu gaarii nuuf fide; akkasumas isin yeroo hundumaa gara-laafinaan akka nu yaadattan, akkuma nuyi isin arguu yaadnus nu arguu akka yaaddan nutti hime*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Amma garuu Xiimotewos isin biraa gara keenya dhufee waaʼee amantii keessaniitii fi waaʼee jaalala keessanii oduu gaarii nutti himeera. Akkasumas akka isin yeroo hunda yaada gaariidhaan nu yaaddanii fi akkuma nu isin arguu hawwinu sana akka isinis nu arguu hawwitan nutti himeera.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 አመ ገሩ ጢሞቴዎስ እስን ብራ ገረኬኘ ዹፌ ዋኤ አመንቲኬሰኒቲፊ ዋኤ ጃለለኬሰኒ ኦዱ ጋሪ ኑት ህሜረ። አከሱመስ አከ እስን ዬሮ ሁንደ ያደ ጋሪዻን ኑ ያደኒፊ አኩመ ኑ እስን አርጉ ሀውኑ ሰነ አከ እስንስ ኑ አርጉ ሀውተን ኑት ህሜረ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 3:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements