1 ተሰሎኒቄ 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Sababii kanaaf kana caalaa obsuu waanan dadhabeef inni nama qoru isin qoreera yoo ta'e, wanti nuyi itti dadhabaa turre kan waa'ee hin baafne akka hin taanetti amantii keessan beekuufan isa gara keessanitti erge*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Sababii kanaaf ani yommuun kana caalaa obsuu dadhabetti waaʼee amantii keessanii baruuf jedheen isa erge. Tarii inni nama qoru sun isin qoree dadhabbiin keenyas faayidaa malee hafeera jedheen sodaadhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሰበቢ ከናፍ አን ዮሙን ከነ ጫላ ኦብሱ ደዸቤት ዋኤ አመንቲኬሰኒ በሩፍ ጄዼን እሰ ኤርጌ። ተሪ እን ነመ ቆሩ ሱን እስን ቆሬ ደዸቢንኬኘስ ፋይዳ መሌ ሀፌረ ጄዼን ሶዳዼ። See the chapter |