Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 3:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Nuyi utuu isin bira jirruu rakkinni nu irra ga'uuf akka jiru duraan dursinee isinitti himneerra; akkasuma akka ta'es isin iyyuu in beektu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yeroo isin bira turretti akka dhiphinni nurra gaʼu isinitti himaa turreetii. Innis akkuma isin beektan sana taʼe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዬሮ እስን ብረ ቱሬት አከ ዽጵን ኑረ ገኡ እስንት ህማ ቱሬቲ። እንስ አኩመ እስን ቤክተን ሰነ ተኤ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 3:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements