Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 3:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Guyyaa gooftaan keenya Yesus qulqulloota isaa wajjin deebi'ee dhufutti, garaa keessan cimsee warra hin komatamne godhee qulqullummaadhaan fuula Waaqayyoo abbaa keenyaa dura isin haa dhaabu*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Akka isin yommuu Gooftaan keenya Yesuus qulqulloota isaa hunda wajjin dhufutti fuula Waaqa keenyaatii fi Abbaa keenyaa duratti warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota taataniifis inni garaa keessan haa jajjabeessu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 አከ እስን ዮሙ ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ቁልቁሎተሳ ሁንደ ወጅን ዹፉት ፉለ ዋቀኬኛቲፊ አባኬኛ ዱረት ወረ ሙዳ ህንቀብኔፊ ቁልቁሎተ ታተኒፍስ እን ገራኬሰን ሃጀጀቤሱ።

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 3:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements