1 ተሰሎኒቄ 3:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Nuyi fuula fuulaan isin arguudhaa fi, amantii keessan keessaas waan hir'ate isiniif dabaluudhaaf halkanii fi guyyaa dhimminee in kadhanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu akka deebinee isin arginuu fi waan amantii keessan keessaa hirʼates akka isinii guutuu dandeenyuuf halkanii guyyaa cimsinee kadhanna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ አከ ዴብኔ እስን አርግኑፊ ዋን አመንቲኬሰን ኬሳ ህርአቴስ አከ እስኒ ጉቱ ደንዴኙፍ ሀልከኒ ጉያ ጭምስኔ ከዸትነ። See the chapter |