1 ተሰሎኒቄ 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Obboloota nana! Hojiitti isiniif dadhabuu keenya in yaadattu; nuyi isin keessaa nama tokkotti illee ba'aa akka hin taanef halkanii fi guyyaa waan nu barbaachisuuf hojjechaa, wangeela Waaqayyoo isinitti lallabne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yaa obboloota, isin dadhabbii fi dhiphina keenya ni yaadattuutii; nu yeroo wangeela Waaqaa isinii lallabnetti nama tokkotti illee akka baʼaa hin taaneef halkanii guyyaa hojjechaa turre. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ደዸቢፊ ዽጵነኬኘ ንያደቱቲ፤ ኑ ዬሮ ወንጌለ ዋቃ እስኒ ለለብኔት ነመ ቶኮትሌ አከ በኣ ህንታኔፍ ሀልከኒ ጉያ ሆጄቻ ቱሬ። See the chapter |