1 ተሰሎኒቄ 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Firoomaaf baay'ifne isin in yaanna; sababii isin jaallannuuf wangeela Waaqayyoo duwwaa utuu hin ta'in, lubbuu keenyas immoo isiniin ga'uun nutti in tola. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Nu waan akka malee isin jaallanneef wangeela Waaqaa qofa utuu hin taʼin lubbuu keenya illee isinii kennuun fedhii keenya ture; isin nu biratti akka malee jaallatamoo turtaniitii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኑ ዋን አከ መሌ እስን ጃለትኔፍ ወንጌለ ዋቃ ቆፈ ኡቱ ህንተእን ሉቡኬኘሌ እስኒ ኬኑን ፌዺኬኘ ቱሬ፤ እስን ኑ ብረት አከ መሌ ጃለተሞ ቱርተኒቲ። See the chapter |