Online Bible

- Advertisements -




1 ተሰሎኒቄ 2:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Nuyi isin irraas yoo ta'e warra kaan irraas yoo ta'e namoota irraa ulfina hin barbaanne*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Nu namoota irraa, isin irraas taʼu yookaan warra kaan irraa ulfina hin barbaanne. Nu akka ergamoota Kiristoosiitti baʼaa isinitti taʼuu ni dandeenya ture;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ኑ ነሞተራ፣ እስንራስ ተኡ ዮካን ወረ ካንራ ኡልፍነ ህንበርባድኔ። ኑ አከ ኤርገሞተ ክርስቶሲት በኣ እስንት ተኡ ንደንዴኘ ቱሬ፤

See the chapter Copy




1 ተሰሎኒቄ 2:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements