1 ተሰሎኒቄ 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Akka isa Waaqayyo qoree nu ilaalee, wangeela hadaraa nutti kennetti in dubbanna; namoota utuu hin ta'in, Waaqayyoon isa garaa keenya qoree ilaalu gammachiisuudhaaf in dhamaana*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Qooda kanaa nu akka warra Waaqni wangeela imaanaa itti kennuuf qoratee fudhateetti dubbanna. Yaaliin keenyas Waaqa garaa keenya qoru sana gammachiisuuf malee nama gammachiisuuf miti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ቆደ ከና ኑ አከ ወረ ዋቅን ወንጌለ እማና እት ኬኑፍ ቆረቴ ፉዸቴት ዱበትነ። ያሊንኬኘስ ዋቀ ገራኬኘ ቆሩ ሰነ ገመቺሱፍ መሌ ነመ ገመቺሱፊ ምት። See the chapter |