1 ተሰሎኒቄ 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Wanti nuyi isin gorsinu jal'ina keessaa, xuraa'ummaa keessaas hin baane; haxxummaas hin qabu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Gorsi nu kenninus kan dogoggora yookaan xuraaʼummaa yookaan gowwoomsaa irraa dhufe miti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ጎርስ ኑ ኬንኑስ ከን ዶጎጎረ ዮካን ጡራኡማ ዮካን ጎዎምሳራ ዹፌ ምት። See the chapter |